Xurree ittiin seenan

Breaking News

Uggurri Imalaa Biyyoota Musliima Irra Hedduu Shan Irra Kaa’ame Ni Raggaasisame


Manni murtii ol aanaan uggura imalaa bulchiinsi Traamp biyyoota irra hedduu musliima ta’an irra kaa’e raggaasisuu dhaan imaammata isaanii akkaan falmisiisaa ta’eef injifatan prezidaant Traampitti dabarsee kennee jira.

Murtii sagalee 5-4n manni muirtichaa przidaantichi akka seera immigraashinii Ameeikaatti biyyoota nageenya biyyoolessaaf sodaachistoota ta’an biraa uggura jiru murteessuu danda’u.

Prezidaantichi seeraan filannoo bal’aa akka seera immigration biyyoolessaatti kennameef hoii irra oolchuu, namoonni biyyootii alaa US akka hin seenne gochuu danda’u jechuu dhaan abbaan murtii muummichi John Roberts ibsaniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG