Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ummatii Maalii mootummaa Pirez.,Ibraahim Keita irraa buusan waraana biyya sunii waliin karaatti yaa'ee gammachuun lafa dhiite


Armed members of the FAMA (Malian Armed Forces) in Bamako - l'armée malienne - Mali military
Armed members of the FAMA (Malian Armed Forces) in Bamako - l'armée malienne - Mali military

Ummatii Maalii pirezidaantii isaanii mootummaa irraa buusanii jennaan gammachuu lafa dhiituutti jira.

Waraanii Keita eegu akka pirezidaantiin isaanii jedhee nagumaan qawweellee hiikate.'

Waraanuma isaatti itti duudee mootummaa irraa fudhatee qabe. Maan tahuu dandahaa re jedhee ufi gaafate Keeheitaan adoo innii hin beekin mootummaan harkaa bahee jennaan.

Ummatii Maalii ji’a tokkoo asitti rakkoo himachuutti jira. Keyitaan dadhabe ufi jibbaatetti Koronaaf jedhee Maaskii afaanti keeyyatee TVtti bahee "akka dhiigii hin lolaneef hujii irra abu’ee jedhee biyyatti hime.

Keyitaan jaarsa ganna 75 egii biyya sun bulchuu jalqabee gara ganna 7 deemuutti jira.

Waraanii mootummaa isa irraa fudhae bulchoota filachuuf kurfoo jirra jedhe.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG