Xurree ittiin seenan

Breaking News

UNICEF Komii Dhiheese


Miseensonii raayyaa ittisa biyyaa Itiyoophiyaa waajiraa isanii isa magaala maqalee keesaa jiru seenanii meeshalee quunamtii jalaa cacabsuu isaa dhaabata mootummoota gamtoomanii jalatii dhimaa ijoolewanii irratii kan ojjatuu dhaabanii UNICEF beeksiseera.

Darkteeraa UNICEF Henrietta Fore ibsa kenaniin akka jedhatii gochichii seeraa namoomaa adduunyaa kan cabsu, akkasumas eegumsa qaamoleen Mootummoota gamtoomanii argachuu qaban waan gooluf gochichaa jecha cimaadhaan balaaleffadha jedhaniiru.

"UNICEF Tigiray fi Itiyoophiyaa mara keesatii wantii inii dursa kennu ijoolewan 140,000 dabalatee warreen beelaaf saxilaman fi rakkina midhaan nyaata qaban gargaaruudha. Kanaafu wantii akkana nutii aggaamamuu inqabu ," jedheera ibisii darkeetara UNICEF irraa bahe.

Itti dabaluudhaanis, gareen hundinuu seeraa waraanaa akka kabajaniif jaarmiyaalee gargaarsaa akka tuquu hinqabne, sochii gargaarssa namoomaa akka hin daanqine gaafataniruu.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG