Xurree ittiin seenan

Breaking News

USA I/A pirez. Suudan Kibbaa duraanii,i Taabaan Deng Gaa’i dhiittaa mirga namaa fi araaraa biyyattii mancaasuun himattee adabde


FILE - South Sudan's First Vice President Taban Deng Gai speaks at the United Nations in New York, Sept. 28, 2018.
FILE - South Sudan's First Vice President Taban Deng Gai speaks at the United Nations in New York, Sept. 28, 2018.

Mootummaan Yunaayitid Isteetis, “Prezidaadaantii Itti-aanaa tokkoffaan ka Sudaan Kibbaa – Taabaan Deng Gaa’i dhiittaa mirga dhala-namaa geggeessan. Deemsa araaraa biyyattii waraansaan mancaateetti danqaa tahan,” jechuun uggura irra keessee jirti.

Dameen To’annaa Qabeenyaa Alaa, Kan Ministirii Maallaqaa Yunaayitid Isteetis ibsa baaseen, “Mr. Deng, Sochii Bilisummaa Uummata Sudaan ka garee mormitootaa, faallaa Paartii Saalvaa Kiir dhaabate keessatti addaan-qoodaminsa uumanii, walo-amantaa dhabinsa facaasan,” jechuun balaaleffate.

Prezidaantiin Sudaan Kibbaa – Saalvaa Kiirii fi hoogganaan mormitootaa – Riyaak Machaar, waggaa lama dura walii-galteessuudhaan akka Caamsqaa bara 2019 mootummaan tokkummaa paartiilee biyyattii keessatti hundeessamu waamicha dhiheessanii turan.

Hoogganoonni mootummaa fi ka mormitootaa beellama sana si’a lama dabarsaniyyuu haga ammaatti Raayyaa Waraana Biyyaalessaa gam-lamaan hirmaachise hundeessuu hin dandeenye. Walii-galtee sana

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG