Xurree ittiin seenan

Breaking News

USA nama bara 2020 pirezidaantii tahee isii bulchuu dandahu keessaa laallachumatti jirti.


Elizabeth Warren
Elizabeth Warren

Nama 20 wayiitti jalaqbee waluma jalaa bu’ee amma namii torba walti hafe. Amerikaan pirezidaantii filachuuf ji’uma 10n tokkotti hafe. Paartiin Demokriaati hujii tana pirezidaanti Tiraampi irraa fudhahcuuf itti jirti.

Amerikaalleen filannoon duratti nama egerii isii bulchu keessaa laallachuutti jirti.

Amerikaa gama Kaaba Dhiyaatti warrii New Hampshire filannoo tanatti jira. Filannoo tanaa US Primary Election jedhan. Eda halkan warra magaalaa Dixville Notch, South Bend, Indiana faatti filate.

Warrii amma walti hafe itti aanaa pirezidaantii Amerika aka durii Joe Biden, Bernei Sanders, Amy Klobuchar,MN, Elizabeth Warren Massachusetts faatilleen keessuma jiran

Tiraampi ammoo warra walti hafe kana gooyyessaa dubbiin qancarsaa oole.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG