Xurree ittiin seenan

Breaking News

US rakkoo Gonderii fi naannoo isii jirtuuf imaltuu achitti dhaqan akka dhiisan hajajje bulchinsii naannoo Amaaraa ammoo lafti 'nagaa' jedha


Embaasii US,Finfinnee

Akka embaasiin Amerikaa Finfinnee jiru jedhetti Goonderii fi naannoo isii dibbeessaa qawweetti jiraa, karaan cufaa qabeenna hedduu balleessanillee.

Bulchiinsii Amerikaa akkan namii sunitti hin yaanee fi ufi eegatu dhaaame.

Taatullee bulchiinsa poolisiitii fi warrii naannoo sunii dubisan laftii nagaa jedha. Abberee Adaamuu koomishinera poolsii naannoo Amaaraati.

“Waan media irratti odeessanii fi dhugaan lafa jirtuu waltuu hin dhiayattu.Ani Gonder jiraa laftii nagaa calla. Tana ummata keennatti himuu fedhallee.”

Embaasiin Amerikaa Finfinnee jiru ammoo akka namii waan jiraa dansaa quba qabaatee mirgaa fi bitaa ufi tissue gaafate.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG