Xurree ittiin seenan

Breaking News

USAID: 'Nulleen Gammachuu Guddoo Muummee Minsiteraa Itti Badhaasanitti Dabalamnee Waliin Gammanna'


Loogoo USAID
Loogoo USAID

Dhaabii Amerikaan Biyya Alaatiing Gargaartuu,USAID MM Itoophiyaa, “kabajamaa Abiy Ahmed badhaasa Noobel argachuu isaatiin ‘baga gammadde,” jedheen.

“Amerikaan Itoophiyaa jijjiirama dinagdeetii fi demokiraasii irra jiraachaa biyyoota ollaa isiillee jijjiiruuf qooda guddaa qabdu tana itti ciniinnattee gargaarti" jedha USAID.

Badhaasii kun Abiy Ahmed nagaa buusuuf keessattu wal dhaba Itoophiyaa fi Eertiraa nagan faluuf waan innii itti dadhabe agarsisa jedha, USAID.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG