WASHINGTON, DC —
Waajirri Fayyaa kan kutaa Neew Yoork ibsa Jimaata dabree baaseen, lakkoobsii ijoollee KOOVIID-19n qabamanii hospitaala cisanii dacha 4n dabalaa jira jechuun akeekkachiise.
Aleekkachiisa kanaaNis, kan dacha afuriin dabalee kanneen umriin isaanii 18 fi Sanaa gadii yoo ta’u, kan jalqabee amauddee 5 qabee hanga torban darbeetti.
Isaan kana keessaa walkkaa kan umriin waggaa 5ni gadii kanneen talaalii farra KOOVIID fudhachuu hin dandeeye ta;yyn ibsamee jira.