Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waakkennaa Getaachoo: Warri Abba Koo Ajjeesee Mana Wajjiin Gube Ammallee Seeratti Hin Dhihaanne


Magaalaa Najjoo keessatti kan abbaan isaa – Obbo Getaachoo Addisuu jedhaman gara torban lamaa dura ajjeesamanii manni isaaniis irratti gubate – dargaggoo Waakkennaa Getaachoo, "poolisiin magaalaa Najjoo, namoota abbaa koo ajjeesuutti shakkaman seeratti dhiheessuu irraa boodatti harkifataa jira," jechuudhaan komee dhageessisaa jira.

Kana malees “Yeroo abbaankee ajjeefamee mana wajjiin gubatu akka deemnee seera hin kabajchiisne, qaama ol’aanaa tu, mooraa keessaa hin ba’iinaa jedhee nu ajajaje” naan jedhan, jedha.

Kana irratti qaama mootummaa irraa deebii argachuuf jecha, itti-gaafatamaa Waajira Haqaa Aanaa Najjoos haasofiisee jira.

Dhaggeeffadhaa.

Waakkennaa Getaachoo: Warri Abba Koo Ajjeesee Mana Wajjiin Gube Ammallee Seeratti Hin Dhihaanne
please wait

No media source currently available

0:00 0:14:21 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG