Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldrogommii Rugby Addunyaa Bara 2019 Afrikaa Kibbaatti Ingilaandi Moo’ee Waancaa Irraa Fudhate


South African captain Siya Kolisi holds the Webb Ellis Cup aloft after South Africa defeated England to win the Rugby World Cup final at International Yokohama Stadium in Yokohama, Japan, Nov. 2, 2019.
South African captain Siya Kolisi holds the Webb Ellis Cup aloft after South Africa defeated England to win the Rugby World Cup final at International Yokohama Stadium in Yokohama, Japan, Nov. 2, 2019.

Rugby tapha durii ijoolleen galgala taphattu Qoraasumaan wla fakkaata.

Awurooppaa,Afrikaa Kibbaa,New Zealandii fi Awustiraaliyaatti tapha kana akkana jaalata. Gareen cuftii nama 15 kudhanii qabdi.

Waancaa kubbaa Rugby baranaa Fulbaana 20 jalqabanii Sadaasaa 2, dhumatee biyya 20ti dira Jappaan,Yokohama keessatti taphachaa bahan.

Afrikaan Kibbaa ta baranaa waliin marroo sadii waancaa fudhatte:2019,2007 fi 1995.

Ingilaandi akkuma bara 2007 moo’uu feete ammo hin taaneef. Bara 2007 Afrikaan Kibbaa sadeessoo baate.

Rugby haraa fi miilaan taphatan. Waancaan baranaa Webb Ellis jedhan. Rugby daqiiqaa 80 taphatanii daqiiqaa 40 taphtanii boqonnaa daqiiqaa 10 bahan. Nama 15-15 wal qoodanii taphatan karaa hedduun qabxii argatan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG