Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walfalmii Kaadhimamtoota Pireezdaantummaa Ameerikaa Ija Hawaasa Oromootin


Doonaald Traamp fi Hilarii Kilintan
Doonaald Traamp fi Hilarii Kilintan

Kaadhimamtoonni lameen, filannoo prezidaantummaa Yunaayitid Isteets baatii dhufu geggeessamuuf wal-dorgomaa jiran – Dimookiraatittiin Hilarii Kilintanii fi Ripubilinkaantichi – Doonaald Traamp, wal-falmiin marsaa lammataa geggeessan, kallattiin televiiziyoonaan tamsaasamaa ture. Kana irratti hawaasaalee Oromoo keessaa, sadii kutaalee adda adda irraa dubbisneerra: Obbo Abdulaxiif Dirree – Minisootaa irraa, Obbo Daanyee Turee, Merilaand irraa, Dubree Seena Jimjimoo Chikaagoo irraa.

Gaafii fi deebii godhame dhaggeeffachuf kana cuqaasaa​

XS
SM
MD
LG