Xurree ittiin seenan

Breaking News

VOA Sagantaan Afaan Sumaalii Marii Haawaasa Sumaalii Minisootaa fi Moqaadishoo Hirmaachise Geggeesse, Pireesdaantiin Sumaaliis Gaafiiwwaan Dayaaspooraan Kaasee Deebiise

Sagantaa addaa VOA Afaan Somaalii sanbat-duraa qopheesse irratti Pireesdaantiin Somaalii Hassan Sheeik Mohaamuud gaafiwwaan hawaasni biyyaatti Ministooota jiraatu dhiheesseefi Moqaadishoo irraa deebii kenneera.
Magallii gudiittiin godina Minisootaa, Seent Pool, hawaasaa Somaalii guddaa qabdi.

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG