Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baahir Daaritti Walgahiin Dhimma Nageenyaa Irratti Fuulleffate Geggeeffamaa Jira


Magaalaalee Itiyoophiyaa keessatti mul’ataa kan jiru yaaddoon nagaa caasaaan jiruun dhaabattoota nageenyaa sirrii hin taane jiraachuu irraa maddee jechuun Ministeera Nagaaf De’eetaa ministeeraa kan ta’an Aaddee Free'aleem Shibaabbaaw ibsanii jiru.

Hogganoota nageenyaa bulchiinsoota naannoo 9 fi kan magaalaalee 2 kan irratti hirmaatan fi sadarkaa guutuu biyyaatti magaalaa Baahir Daar keessatti walgahii gaggefefame irratti kun ibsame.

Walgahii kanas garee gorsaa hunda irraa wala ta’e fi to’annaa nageenya hawaasaa tu qopheessee jechuun Aster Misgaanaaw Gabaastee jirti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG