Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waltajjiin Badhaasa Oskaarii kan bara 2021 Kan Sanyii Adda Addaa Irraa Ta’an Kan Irratti Mul’ate Ture 


Kan aadaa fiilmii Ameerikaa keessatti addunyaa irratti baay’ee beekamuu fi waggaa waggaatti ayyaaneffamu, sirna badhaasa Oskaarii kan waggaa kanaa kaleessa geggeessame irratti toora daayirikterummaa ykn qindeessumma fi gargaaraa taatootiin kanneen badhaafaman seenaa galmeessan iyyuu akkaadaamiin badhaasaa sanyii adda addaaf carraa kennuu fi dhiisuu irratti yaada wal makaatu dhaga’ama.

Waltajjiin Badhaasa Oskaarii kan bara 2021 Kan Sanyii Adda Addaa Irraa Ta’an Kan Irratti Mul’ate Ture
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:20 0:00

Fiilmii filatamaa Nomadland jedhamu kan qopeessite lammiin Ameerikaa hidda dhalata Chaayinaa Chloe Zhao badhaasa Oscar injifattee jirti.

Gama biraan immoo Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Joo Baayiden torban kana yeroo jalqabaaf wal ga’ii mana maree bakka bu’oota uummataaf haasaa dhageessisuuf jiru. Yaada uummataa dhiyeenya walitti qabameen, lammiiwwan Ameerikaa hedduun hojii isaan hanga ammaa hojjetan raggaasisee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG