Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waraansi Naannoo Tigraay Sudaan, Eertraa fi Somaaliyaa Irratti Dhiibbaa Fidaa Jira: Xiinxaltoota


Baqattota Itoophiyaa Sudaan naannoo Qadariif gahan, Sadaasa 16, 2020

Kan erga jalqabamee torban lama hin guutin waraansi naannoo tigraay dhiibbaa inni biyyoota ollaa Sanaa akka Sudaan, Eertraa fi Somaaliyaa keessatti fidu dabalaa jira, jedhu xiinxaltoonni.

Loltoonni mootummaa Itiyoopiyaa lola torban lamaa booda magaalaa Meqelee irraa fageenya km 120 irra kan jirtu magaalaa Alamaaxaa to’annaa jala oolchan. Musxafaa Alii hayyuu dhimmi nageenyaa kan gaanfa Afriikaa ti. Alammaaxaa to’atu iyyuu mootummaan federaalaa walitti bu’iinsa yeroo dheeraatu isa eeggata jedhan.

Kun Itiyoopiyaan fuula duratti tarkaanfataa bakka itti dabalaa qabachuu akka dandeessu mul’isa. Garuu yeroon isaa ulfaataa dha. Waraansi kun tarii ripxe loltummaa ulfaataaf finiine kan IWEHATn fonqolchuuf ulfaataa ta’etti jijjiiramuu mala jedhan.”

Waraansi Naannoo Tigraay Sudaan, Eertraa fi Somaaliyaa Irratti Dhiibbaa Fidaa Jira: Xiinxaltoota
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:08 0:00


Yaadawwan Ilaali (7)

XS
SM
MD
LG