Xurree ittiin seenan

Breaking News

Washington Nationals fi Houston Astros keessaa abbaa waancaa baseball addunyaa fudhatu bori if iftan gargar beekan


El joven toletero Juan Soto dispara jonrón frente los Astros de Houston para darle la vioctoria a los Nacionales de Washington en el primer choque de Serie Mundial el 22 de octubre de 2019. AP>
El joven toletero Juan Soto dispara jonrón frente los Astros de Houston para darle la vioctoria a los Nacionales de Washington en el primer choque de Serie Mundial el 22 de octubre de 2019. AP>

Kaan Go Nats! Jedha kaan ammo Go Astros! jechaa gamaa walti lallaba

Dorgommii baseball Amerikaa gareen 35 taphjachaa bahan amma lamatti walti hafe; Washinton Nats fi Houston Astors.

Namuu garee ufii maqaa yaammaa.Warrii waancaa ‘baseball’ addunyaa Amerikaatiif walti hafe Washington Nationals fi Houston Astros WDC keessatti walit jira. Nama kuma hedduutti bahee daawwachuutti jira.

Washingotn,DCn ganna 85n duubatti dorgommii tana qopheessite.Gabayaan oowwiteefi manneen nyaataa fi dhugaatii DC fi naannoo isii baranuma canaqan.

WDCn ganna 86n duubatti dorgommii tana qopheessite.Tapha taphatanii abbaa goolii 4 galchetti moo’e.Washington tana waliin marroo sadii Nats moote Nats marroo lama Astros moote. Abbaa afur moo'etti waancaan galata.

Tapha kalee galgala WDC istaadiyoomii Verizon center keessatti taphataniin Hosuton DC waan takka hin argin tolchitee 7-1n moote.

Borii fi iftaanillee walti dachahan.Abbaa tapha torba keessaa marroo afur moo’e waancaa fudhata.

Baseball dorgommii nama sagala sagal kubbaa kukkuummittti qabachaa guuttu walti darbate kaan ammo dullaan dhahee fageessaa waliin curdan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG