Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weerarri Hawaannisaa Jalqabuun Ibsamee Jira


Faayilii - Weerara hawaanisaa Jigjigaa
Faayilii - Weerara hawaanisaa Jigjigaa

Bulchiinsa nannoo Amaaraa godiinaalee gama bahaa 3 keessatti Hawaannis argamuun ibsamee jira.Lafa oomiishaa, lafa dhichaa fi bosoona qabatee jiru Heektaara kuma 31 irratti argamuun ibsamee jira.

Hawaannis gammoojjii kun Walloo kaabaa fi kibbaa akkasumas godiina hawaasa oromoo keessa kan jiran gandeen 103 irratti waxabajjii 17 kaasee argame jechuun waaltaa kunuunsa biqiltuwwanii kan Kombolcha jiruuf Daayreekteera kan ta’an Mohammeed Yimer ibsanii jiru.

Godiinaalee sadeen keessattis to’annaa jala olchuuf hojjatamaa akka jiru ibsamee jira Jechuun Masfin Arraagee gabaasee jira .

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:52 0:00
More
XS
SM
MD
LG