WASHINGTON DC —
Baankiin addunyaa dhiyeenya kana namoota hiyyummaa keessa jiraatan jedhee madda galii argatan irratti hirkachuun madaalii haaraa baasee jira. Duraan guyyaatti galii Doolaara tokkoo fi saantima digdamii shan kan argatu hiyyeessa jedhama jedhee ture.
Dhiyeenya kana immoo gara Doolaara Tokkooo fi saantiima sagaltamaatti ol guddise. Hayyonni garuU kun foyyeessuu miti jedhu ija qaala’uu jireenya addunyaatiin ilaalanii.