Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxala Haasawa Biyyaalessaa Preziaantii Yunaayitid Isteetis 


Preziaantin Yunaayitid Isteetis Joo Baayiden haasawa biyyaalessaa yeroo dhiheessan, Kaapitool HIil, Bitootessa 1, 2022,

Prezidantiin Yunaayitid Isteetis, Joo Baayiden, haasaa biyyaalessaa ka waggaa kaleessa galgala dhageessisan keessatti, dhimmoota ijoo akka miidhaa vaayirasiin Koovid dhaqqabsiisee, rakkoo waraanaa Yukireen keessaa, qaala’insa jireenyaa yeroo ammaa Ameerikaa mudatee fi kanneen birootti fuuleffachuun dubbatan. Haasaan isaanii paartiilee guguddoo lameen irraa ka simannaa argate tahuus, gama Ripaabilikaanotaa irraa deebiin sirnaan kenname immoo imaammatni isaanii dantaa alaa akka rakkoo qabutti qeeqe.

Haasaa Prezidaant Baayidenii fi deebii Ripaabilikaanotaa halkan dabree irratti akka yaada nuuf kennan, Profesar Mohammed Xaahiroo, Koolejii Koolins, ka kutaa Teksaas jiru irraa Namoon dubbisee jira. Hordofaa.

Xiinxala Haasawa Biyyaalessaa Preziaantii Yunaayitid Isteetis
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:42 0:00

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG