Gaanfi Afriikaa naannoo abdachiisaa ta’e irraa gara naannoo akkaan laaffataa, walitti bu’iinsa keessaa fi alaan raafamuutti jijjiiramaa jira.
waahilli keenya kutaa Tigirinyaa Abraaham Zeree, Boostan Yuniversitiitti gargaaraa profeesera barnoota hariiroo alaa fi daayiriktera waaltaa Qorannaa Afriikaa kan ta’an Maaykil Weldemaariyaam dubbisee jira.
Gabaasa Guutuu Caqasaa
Embed
share
Embed
share
The code has been copied to your clipboard.
The URL has been copied to your clipboard
No media source currently available
Xurree marsariitii