Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaa’iin Hoji-geggeessotaa Gamtaa Afriikaa 40ffaan Guyyaa Lammataaf Itti Fufee Oole 


Yaa’iin Hoji-geggeessotaa Gamtaa Afriikaa 40ffaan Guyyaa Lammataaf Itti Fufee Oole
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:16 0:00

Yaa’iin Hoji-geggeessotaa Gamtaa Afriikaa kan Finfinneetti taa’ee jiru harras itti fufeera. Bakka buutonni fi Ministaroonni haajaa alaa biyyoottanii harra walgahii cufaa kan gaggeessan yoo tahu dhimmoota nageenyaa, weerara dhibee Kooronaa fi kaan irratti mari’atee jira.

Oduu-himaan waajira Haajaa Alaa Itiyoophiyaa Diinaa Muftiis walgahii kanarratti marii waloo gaggeeffamuu eeranii jiru.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG