Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yeroo Jalqabaaf Kuubaan Prezidaantii Maatii Kaastroo Alaa Argatte


Waggoota ja’atama keessatti yero duraaf maatii Kaastroo ala kan ta’an itti aanaan Raul Castro kan yeroo dheeraa prezidaantii Kuubaa ta’an.

Itti aanaa prezidaant Miguel Ciaz –Canel adeemsa filannoo miseensota gumii biyyoolessaan guyyaa lamaaf geggeessamee har’a xumurameen kaadhimamaa tokkicha dorgoman turan.

Dubbi himtuun ministrii dhimma alaa US Heather Nauert akka jedhanitti ce’umsi kun dimokraatawaa waan hin ta’iniif bulchiinsa Traampiif yaaddoo dha.

Ba’ii siyaasaa keessatti lammiiwwan sagaleen isaanii dhaga’amuu qaba, inni kun dhugumatti sagaleen uummataa kan keessatti hirmaannaa qabaate miti jedhan.

Prezidaantichi haaraan marsaa waggoota shan shanii lama booda kan taayitaa irraa bu’an kan umuriin waggaa 86 Raul Castroo bakka bu’an.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG