Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yukreen Raashaa Blaaleeffataa Jirti


Ergaa marsariitii ministira haajaa alaa Yukreen irratti mullatu, Amajjii 14, 2022.
Ergaa marsariitii ministira haajaa alaa Yukreen irratti mullatu, Amajjii 14, 2022.

Raashiyaan marsariitii mootummaa Yukreen mancaastee jechuun Dilbata kaleessaa kan balaleeffatte Yukreen, gochi kunis duula siyaasaa gaggeeffamu toooftaa waraanaan loola Haaybriid jedhamuun gaggeeffame jettee jirti.

Raashiyaan waraana ishee kuma 100 naannoo daangaa Yukreen waliin qabdu irra kan qubachiifte ta’u, kan dubbatan aangawoonni Yukreen Raashaan haleellaa gama saaybariin gaggeeffame kana duuba akka jirtu ragaan ni agarsiisa jedhan.

Kunis maaykroo sooft, caasaaleen Kompuutaraa hedduun kan dhaabattoota mootummaa Yukreen adda addaa irratti wanni hojjatamaa jiru eega beeksisee booda.

Raashiyaan garu himata Yukreen kana haaltee jirti

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG