Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaayitid Isteetis Bahii Filannoo Eeggachaa Jirti


Jarri lachuu "natu mohaa" abdii jedhu deggartoota isaanitii kennaa jiran

Uummatni Ameerikaa eega filannoof sagalee isaa kennee guyyaa tokkoo booda, ba’ii lakkoobsa sagalee ka xumuraa dhaga’uuf eeggataa jira. Ijawwan namootaa yeroo ammaa kutaalee wal-dorgommiin cimaan keessatti geggeessame xiqqoo, kan ba’iin lakkoobsa sagalee isaanii, prezidaantii amma taayitaa irra jiran, Doonaald Traampp fi dorgomaa isaanii itti-aanaa prezidaantii duraanii Joo Baayiden keesaa eenyu akka prezidaantii itti-aanu tahe murteessu irra jira.

Gabaasaan Patsy Wida-Kuswaaraa, ka WaayitHaawus irraa ergame akka ibsutti, kutaa wal-falmiin guddaan keessatti geggeessame kutaa Pensilvaaniyaa keessatti dabalatee, namoonni xumura filannichaa dhaga’uuf, yaaddoon qalbiin rarra’ee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Yunaayitid Isteetis Bahii Filannoo Eeggachaa Jirti
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:33 0:00


Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG