Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaayitid Isteetis Dubartoota Mirga Namaaf Qabsaa’aniif Beekkannaa Kennite


Yunaayitid Isteetis Dubartoota Mirga Namaaf Qabsaa’aniif Beekkannaa Kennite
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:58 0:00

Yunaayitid Isteetis Dubartoota Mirga Namaaf Qabsaa’aniif Beekkannaa Kennite

Brazilii qabee hanga Bangladeshitti, Nepaalii hamma Veetnaamitti, ministriin dhimma alaa Ynaatid Isteetis dubartoota naannoo addunyaa 12 malaammaltummaa, hookkara saalaa, loogiitti duuluuf hojii isaan hojjetan akkasumas hawaasa nagaa fi ifaa ta’e ijaaruuf yaalii isaan taasisaniif beekkannaa kenneefii jira.

Dubartootaaf beekkannaa kennuun naannoo addunyaatti balaa isaan mudatu illee yaadachuuf jecha. Dubartoonni ayyaana dubatoota addunyaa yaadachuuf daandiitti baa’anii hiriira erga geggeessanii guyyaa hanga tokko booda, mnistriin dhimma alaa Yunaayitid Isteetis dubartoota naannoo addunyaa 12 hojii ija jabinaa isaan hojjetaniif beekkannaa yoo kennu, dubartoota Yukireen keessaa immoo battalaaf yaadataee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG