Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaayitid Isteetis Lola Itiyoophiyaa Keessaatti Rifattee Jirti


FAAYILII - Miseensota humana waraanaa Itoophiyaa, Camsaa May 11, 2021
FAAYILII - Miseensota humana waraanaa Itoophiyaa, Camsaa May 11, 2021

Yunaayitid Isteetis lola kaaba Itiyooophiyaatti geggeeffamaa jiru ilaalchisee akeekkachiisa kennuu dhaan jilli addaa Yunaayitid Isteetis gareen lamaan nageenyaaf daandii akka banan gaafataniiru.

Sochii waraanaa kaaba Itiyoophiyaa keessatti hammaachaa dhufeen yaaddoo guddaa nutti dhagahama. Lolaaf wal barbaaduun deebi'ee eegaluu cimsinee balaaleffanna, jechuu dhaan dubbi himaan ministrii dhimma alaa Ned Price ibsaniiru.

Gochaaleen kun mootummaan Itiyoophiyaa fi aangawoonni naannoo Tigiraay fedhii marii nageenyaa ibsan waliin kan wal hin simne dha jedhan. kana irratti oduu dhaa booda gabaasaa qabna.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG