Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaayitid Isteets Talaallii Vaayrasii Koronaa Arjoomte


Yunaayitid Isteets talaalli kooviid 19 doozii miiliyoonii 25 karaa Jaarmiiyaa Mutumootaa Gamtoomantiin degeramu issa COVAX jedhamee beekamuun arjoomteetti.

Akka ibsii wayit haawus irraa bahee jedhutii gargaarsii kun kan oolu biyyootan galii xiqaatii fi walakeesaa qabaniif. Gargaarsi kun Yunaayitid Isteets biyyootan birootiif amma dhuma ji’a waxabajjiiti kennuudhaaf karoorfate doozii miiliyoona 80 keessa yu.

Yunaayitid isteets talaallii doozii miiliyoona 6 immo biyyoota olla, frootan fi biyyootan sadarkaa ol aanatti balaa koroonaatiif saxilamaa jiranuuf kenti.

Bulchiisini Joo Bayidan akka gargaarsaa talaaliichaa dafee taasisuu dhiibaan irratti godhamaa jira.

Yaadawwan Ilaali (3)

XS
SM
MD
LG