Walwaraansii kaaba Itiyoophiyaa keessatti taasifamaa turee Yuniversitootaa fi manoottan baruumasaa sadarkaa ol aanaa naannoolee Amaaraa,Affaar fi Tigraay keessa jiran irratti dhiibaa ergaa uumee boodaa, yuniversitoota nannoowan sana keessa jiran keessaa ammii tokkoo barattootaa galmeesuu jalqabuun isaanii ibsameeraa.
Akumuma Kanaan Walwaraansaa sanaan midhamee kan ture Yuniversitiin Walloo baraattoota haaraa kuma Afur galmeessuu isaa Masfin Araagee gabaaseeraa. Akka ibsii yuniversiti walloo jedhutii barrattoonii mooraatti deebi’an kuma 25 gahanii jiru.
Yaadawwan Ilaali (7)
Already have an account? Log in
Not a registered user? Sign up
Yaada dabalataa fe'adhu