WASHINGTON DC —
Ijoollummaa isaa kaasee mana barumsaa keessatti wellisaa akka ture kan dubbatu Zarihuun Wadaajoo walumaa gala waggootii soddomaaf wellisuu isaa dubbata.
Jireenya koo keessatti quuqqaa saba koo wellisuun dararaa addaa addaaf na saaxiluus gara fuula duraattis ittuman fufa jedha.