Dhukkubii Garaachaa Maalii?

  • Jaallannee Gammadaa

Gastritis

Garaachi namaa dhukkubsachuuf sababaa kan ta’an waan hedduutu jira.
kanneen keessaa dhugaatii alkoolii heedduminaa dhuguu, tamboo xuxuu, dawaalee tokko tokko fudhachu nyaata mi’eessituu heddu of keessaa qaban nyaachuu akkasumas baakteriyaan (H Pylori ) Ech paaylorii jedhaman keessatti argamu.

Dhukkuba garaachaa dawaalee ogeessi namaa ajaju gargaaramuun akkasumas yeroo tokko tokko oguma baqaqsanii suphuun fayyuun in danda’ama.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi Deebii dhaggeeffadhaa