WASHINGTON DC —
Kan yakka shorokeessummaatiin himannaa irratti dhiyaateen hidhaan umurii guutuu irratti muramee ture Injiner Tesfaahuun Camadaa Gurmeessaa waggoota torbaaf erga hidhaa keessa turanii booda achumatti du'aan boqochuu isaanii maatii fi firoonni isaanii beeksisanii jiraan.
Akka hiriyoonni isaanii ragaa poolisiin kenne argine jedhanitti Injiner Tesfaahuun Jimaata darbre Hagaya 23 bara 2013 gara walakkeessa halkanii du'an.
Engineer Tesfahun Chemeda
Akka hiriyoonni isaanii ragaa poolisiin kenne argine jedhanitti Injiner Tesfaahuun Jimaata darbre Hagaya 23 bara 2013 gara walakkeessa halkanii du'an.
Your browser doesn’t support HTML5
Du'a injiner Tesfaahun Camadaa ilaalchisee kan dubbatame armaan gaditti dhaga'aa