Dhukkub Influeenzaa Maali?

  • Jaallannee Gammadaa
Yunaaytiid steetees keessatti Baatii Sadaasaa qabee laftii qabanaa’uu fi cabbiin bu’uun beekamaa dha.Yeroo qorri jabaatu akkasii dhukkuboota mul’atan keessaa tokko Influueenzaa ykn Fluu jedhama. Waaltaan to’annaa dhukkubootaa kan yunaaytiid steetes ykn sii dii siin akka jedhetti barana dhukkuba Fluu kanaan daran midhamaa kan jiran ijoollee fi ga’eessoota umriin isaanii giddu galeessa ta’e dha.

Kan dhukkubsatanaii mana yaalaa seenan akkasumas kan lubbuun isaanii darbe hangi tokko illee akka jiran ibssamee jira.Maalummaa dhukkuba Influuenzaa ykn Fluu kan ilaaleen ibsa kan nuuf kennan Dr.Amaanuu’eel Oljirraa Hospitaala handaara magaalaa miniyaapoolistti argamu Rijis jedhamu irraa ti.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi deebii kutaa 1ffaa armaan gaditt caqasaa



Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii deebii kutaa 2ffaa armaa Gaditti Caqasaa