Hiriirri Nagaa Karoorfamee Jira

Paartiin tokkummaa Dimokraasii fi Haqaaf jedhamu ykn UDJ-n hiriira nagaa geggeessuuf bulchiinsa magaalaa Finfinnee irraa eehama argachuu isaa beeksisee jira.

Garuu hiriira kana geggeessuuf jecha hojii uummata dadammaqsuu kanneen geggeessan pooliisoonni hidhaa fi hiikaa jira jedhan.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa