Sab-Qunnamtiin Biyyota Alaa Hiriira Barattoota Oromoo Irratti MaaL Jedhe?

Hiriria barattoota Oromootii fi gabaasa sab-qunnamtii biyyoota alaa

​Hiriiri barattoota Oromoo MASTER PLAN/ karoora magaalaa Finfinneetiin ballisuuf jedhanii bahe irratti bahan godina gara garaatii fi biyya alaa hedduu waliin gahe.

Hiriira kana yuniversitii fi manneen barnota heduutis keessalleetti bahan.Sab-qunnamtin biyyoota alaa hedduutti hiriira barattootaa kana gabaasan.

Lammiiwwan Oromoo Amerikaa MN keessa jiraatan illee karora mootummaan Itoophiyaan Finfinnee baasee fi balaa tana fana dhufe falmanii nyaata lagatanii mormii qaban mootummaa kutaa MN jirutti himanii deebii argatan.

Walumagaltuu sab-qunnamtiin biyyoota alaa hiriria barattoota Oromoo irratti maal jedhe.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa sab-qunnamtiin biyyoota alaa hiriira Oromoo irratti gabaasan