Caamsaa 20 kabajamee oole

Muummichi ministeeraa Itiyoopiyaa Haayile Mariyaam Dassaaleny waggaa 23ffaan caamsaa 20 har’a yeroo kabajame haasaa dhageesisaniin kan isaan irratti fuuleffatan keessaa jalqabameera kan jedhan sirna ijaarsa dimokraaii ti. Adeemsa kanaafis kan karra saaqe kan IHADEGn hundeeffame mootummaa ce’umsaatiin jedhan.

Kanaafis fakkeenyi 90 ol kan ta’an paartileen adda addaa biyyattii keessa jiraachuun mootummaan paartii hedduu hirmaachise jiraachuu isaa mirkaneessa jedhan. Adeemsa dimokraasii kana humnootiin gufachiisuu fedhan jiraachuu tuqanii miseensota bulchiinsa paartii biyya bulchuu keessaa kanneen gufuu ta’an ilaalchisees rakko jiru karaa dhuma baratamaa ta’een dhabamsiisna jedhan.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa