Barreessa Hamilee Dargaggootaa Hojiif Tooisu

  • Namoo Daandii

Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa "Dungoo Jireenyaa"

Barressaa Eebbisaa Baayisaa jedhama. Barnoota isaa digirii duraaf Baayooloojii, digirii lammataaf immoo Saaykooloojii barate. Kitaabonni inni barreessuu fi afaan biroo hiikee maxxansiisu kanneen dargaggoota akka dandeettii isaanii fi kaayyoo jireenya isaanii hubatanii hojiitti ciman hamilee isaanii kakaasani.

Haga ammaatti kitaabota shan maxxansiisee jira. Kanneen hag sana baay’atanis barreeffamanii gulaalamanii maxxansaaf dabaree eeggataa jiran. Barreessaan kun, waa’ee kitaabota isaa, akkasumas haala raabsaa fi dubbisa kitaabotaa Oromiyaa keessaa muuxanoo qabu dubbata.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi deebii arman gaditti caqasaa