Walitti-bu’insa Humnoota Mootummaa fi Hiriirtotaa, Finfinnee Keessatti

  • Namoo Daandii

Hiriira guddaa har’a magaalaa Finfinneetti geggeessame irratti hiriirtonni, keessumaa, dargaggoonni fi humnonni Mootummaa walitti-bu’anii turan. Akka gabaastonni keenya Finfinnee keessaa fi namoonni hiriirichatti hirmaatan – jedhanitti, hirirtonni fi poolisonni madaawan ni jiran. Namoonni gara mana hidhaatti guuraman jiraachuu illee dubbatan – kanneen hiriirichatti hirmaanne jedhan. Finfinneetti bilbiluudhaan haga tokko haasofsiisnee jirra.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi deebii arman gaditti caqasaa