Joon Keeriin Jabuutii fi Saa’udii Daw’atan

  • VOA

Ministriin dhimma alaa Ameerikaa Jabuutii daawwatan

Keriin imaltuu Keniyaa keessatti jalqaban somaliyaa keessatti itti fufuun san booda Jabuutii goranii dhuma irratti saa’udii seenan.

Wal waraansa Yaman keessaa dheessuun uummanni baayyeen gara Jabuutiitti waan dheeessuuf jecha waan godhamuu malu irratti aangawooota Jabuutii waliin mari’atan.

Saa’udii keessattis marii ijoon mootii biyyatti waliin Keriin gaggeessan waa’ee wal waraansa Yaman keessaa irratti fulleeffate.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu armaan gaditti caqasaa