Gareeleen mormituu Itiyooopiyaa doorisia nu mudate irra ni aanna jedhu

Mootummaan Itiyoopiyaa filannoo bara 2005f waltajjii polotiikaa banaa taasisee ture.

Haa ta’u malee yeroo gareeleen mormitootaa wal ta’an paartii biyya bulchu caalaa sagalee argatan mootummaan sagalee uummataa hate jechuun himatame, hiriirri mormii geggeessame dhuma irratti hookkaratti jijjiirame. Amma muummicha ministeeraa haarawaatu jira. Hoogganoonni gareeleen mormituu kanneen waggaa 10 dura turan filannoo bara 2015 irraa maal eegu. Marthe van der Wolf Finfinnee irraa gabaasteetti. Jalanetu dhiyeessa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu armaan gaditti caqasaa