Itoophiyaanotii akka Perz.Obaamaan waan rakkoo mirga namaa irratti dubbatu TWITTERn ergaa ergatan

  • VOA

Eergaan TWITTER tun #EthiopiansMessageToObama irratti ergamte akka perzidaanti Obaamaan yoo Itoophiyaatti imaltu dhaqu waan qabsiinsa mirga namaa dubbatu gaafatte.

Ergaan TWITTER tun waan mootummaan Itoophiyaa mirga nama isaa gadi qabee nama tolchuutti jira jedhan tokko tokkoon barreesste.

Ergaa TWITTER namii Itoophiyaa perzdaanti Obaamaatti ergachuutti jiruu fi waan deemmaa Obaamaa tana irratti dubbachuutti jiru kunoo ilaalaa

#EthiopiansMessageToObama asi irraa ilaalaa