Hogganaan Amantii Katoliika Romaa Pope Firaansis Imaltuuf USA Jiru Perz.Obaamaa fi Maatiitti Bahee Simate

Abuniin Katolikii Romaa pope Firaansiis Kuubaa keessa eega turanii booda gara Yunaaytiid Isteetesti Imalaa jiru.Pope Fransiis Wixata kaleessaa galgala Saantyaagoo eega dhaqqabanii booda uummataaf kadhatan

Abuna Fraansiis Santiago kan seenan duraan magaalaa Kubaa gama bahaa Holguin keessatti uummata kuma kurna hedduuf akka ibsanti jijjirama fiduuf kan gargaaru danqaa uumaamee cabsanii darbuuf waqayyo duratti cimninaan dhiyaadhaa jedhan.