Maanguddoon Oromoo Du’aan Boqotan

  • Jaallannee Gammadaa

Obbo Yisaaq Aangoos Gurmuu

Barnoota jajjabeessuu fi saboonummaa Oromoo gad dhaabu keessatti qooda olaanaa kan qaban Obbo Yisaaq Angoos Gurmuu umrii isaanii 82tti Kamisa Sadaasa 19 bara 2015 du’aan boqotanii jiru.

Barnooti hundee jireenya dhala namaa ta’uu isaa nu hubachisan kannen jedhan barattonni isaanii duraanii eenyummaa ofii baruunis hubannaa barnootaa irraa akka maddu nuu ibsaa turan jedhu.

Bara bulchiinsa abba irree Dargii hidhaa keessa kan turan Obbo Yisaaq Angoos Gurmuu dhuma irratti yeroo hiikamanittis Finfinneetti deebi’uun manneen barumsaa sadarkaa lammaffaa akksumas hanga sorata ba’anitti mana barumsaa oogummaa fi Teeknikaa Tegbaara Id jedhamu kan Finfinnee keessaa barsisaa turan. Barattonni isaanii durii fi kanneen isaan beekan maal jedhu?

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi deebii geggeeffame dhaggeeffadhaa