Keeniyaan Dhumiinsa Gariissaa Bara Dabree Boru Yaadattee Oolti

  • VOA

Kiristaanonni waldaa milishoonni haleelan keessatti oggaa faarfatan, Gaarissa, Kenya, 2015.

Keeniyaan haleellaa shororkeessotaa Yunivarsitii Gariisaa irratti geggeessame waggaa tokkoffaa, boor yaadattee oolti. Bara dabre, hidhattoonni Al-Shabaab, mooraa Yunivarsitichaa keessatti, kanneen irra-jireessi barattoota ta’an namoota 148 ajjeessan.

Keeniyaan haleellaa shororkeessotaa kana of irraa deebisuuf amma ka daran dandeetti horatte ta’uu dubbatte iyyuu, naannoon sunis tahe guutummaan ardii Afrikaa, dammaqinsaan haleellaa ka biraa geggeessamuu malu of irraa eegaa jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa.