Muummichi Ministeeraa Itiyoophiyaa Daawwannaaf Qaataaritti Qajeelan

  • VOA

Prime Minister of Ethiopia Hailemariam Desalegn

Muummichi ministeeraa H/Maariyaam Dessaaleny daawwannaaf jecha gama Qaataaritti imalanii jiru.

Daawwannaan isaanii kunis hariiroo biyyoota lamaanii cimsuu irratti kan fuuleffate ta’uu jiloota sana faana kan imalan dubbi himaan ministrii dhimma alaa obbo Melles Alem ibsaniiru.

Achuma giddu galeessa bahaa keessatt to’annaa mootummaa Saaud Arabiyaa jala kan jiran hidda dhalata Itiyoopiyaa kan ta’an dureessichi Sheek MOhaammud Alaamuddii hiikamaniiru jechuun oduun caasaalee hawaasaa irratti tamsa’e illee dogoggora ta’uu obbo Meles dubbataniiru.