Gaazeexaa Dubbistan ykn Gurgurtan Jedhamuun Hidhaman

  • VOA

Bulchiinsa Naannoo uummattoota kibba Itiyoophiyaa aanaa Dharaashee keessatti miseensonni koo gaazexaa jaarmayichaa ANDNET jedhamu waan raabsaniif jecha hidhamuu jechuun jaarmayaan Tokkummaa Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Waggaa tokko caalaaf kan dhaabatee ture maxxansaan Gazeexaa kanaa maxxanfamuu fi raabsamuu isaatu ittiin ka’uumsa hidhaa kanaati jedha jaarmayichi.Miseensa hooggana sadarkaa ol aanaa tokko irratti illee doorsisa ajjeechaatu ga’e jechuun himate. Gabaasa ergamee caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaazeexaa Dubbistan ykn Gurgurtan Jedhamuun Hidhaman