Gartuu Hogganaa Angoo Jijjirree Malee Eenyuun Iyyu Angoo irraa Hin Buufne. Angawaa

  • VOA

Koreen Giddugaleessa Dh.D.U.O walga’ii har’a geggeesseen “fayyadamummaa Ummata Oromoo fi biyya keenyaa daran dhugoomsuuf jijjiiramawwan akka biyyaatti fi akka naannootti jalqabaman caalamaatti lafa qabsiisuuf akkasuams sadarkaa qabsoon Dh.D.U.O fi Ummata Oromoo irra gahe sadarkaa ol’aanatti ceesisuuf” ramaddii hoggansaa ol’aanaa jijjiiruu isaa beeksisee jira.

Akkaataa kanattis Dr. Abiyyi Ahmad dur-taa’aa dhaabichaa, Obbo Lammaa Magarsaa immoo itti-aanaa dura-taa’aa dhaabichaa gochuun filachuu isaa beeksisee jira.

Kana irratti, Waajjira DHDUO Giddu-galeessaatti hoogganaan damee yaada uummataa fi Paablisiitii Obbo Kaasahun Gofee, VOAf ibsa kennanii jiran. Armaa gadiitti caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gartuu Hogganaa Angoo Jijjirree Malee Eenyuun Iyyu Angoo irraa Hin Buufne. Angawaa

Your browser doesn’t support HTML5

Gartuu Hogganaa Angoo Jijjirree Malee Eenyuun Iyyu Angoo irraa Hin Buufne. Angawaa