Hogganonni Sudaan Kibbaa Walii Galtee Mallatteessan

Biyyotiin Afrikaa kanneen miseensa gola naga eegumsaa ta’an walii galtee dhukaasa dhaabinsaa gareelee sudaan kibbaa gidduutti mallatteeffame simatanii jiru.

Galmeen mallatteeffame kun guutuummaa biyyattii keessatti nagaa buusuuf caasaa gargaaru of keessaa qaba jedhamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu armaan gaditti caqasaa