Muummichi-ministaraa Abiyyi Waa’ee Walitti-bu’insoota Biyyattii Keessaa Akeekkachiisa Kennan

  • Namoo Daandii

PM Abiy Ahmed

Your browser doesn’t support HTML5

Muummeen Ministera Itoophiyaa lola daangaa biyyattii irratti hajaja baasan

Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa – Dr. Abiyyi Ahimed, kutaalee biyyattii adda addaa keessatti, “humnoota walitti-bu’insoota kakaasaa jiran” ittiin jedhaniin, gochaa isaanii kana irraa akka of deebisan hubachiisanii jiran.

Ministarri Ittisaa fi Poolisiin federaalaa, driqama heraan itti kenname akka bahatanis ajaja kennanii, mootummaan federaalaa akka biyyattii tasgabbessuus mirkaneessan.

Abdii ifaa fuula biyyattii dura jiru dukkaneessuu humnoota hawwaniif, uummanni carraa kennuu hin qabu – jechuun waamicha dhiheessanii jiran. Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa