Tamsaasa kallatti 2

Your browser doesn’t support HTML5

Muummen ministiraa Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad dayaaspooraa wajjin mar'achuuf Ameerikaa jiru. Guyyaa harraa qophii Waashingitan Diisii Konveenshin Seenteriitti geggeeffamaa jiru kallattin sin biraan gahaa jiraa, hordofa.