Pirezidaantiin naannoo Oromiyaa duraanii - Obbo Juneeydii Saaddoo har’a biyya galan

Pirezdaantin mootummaa naannoo duraanii Juneddiin Saaddoo biyyatti galan

Your browser doesn’t support HTML5

Pirezidaantiin Oromiyaa duraanii,Juneddiin Saaddoo biyyatti galan

Obobo Juneydii bara 2001 haga Onkololeessaa bara 2005 Oromiyaa bulchanii achii obboo Abaaduulaa Gammadaatti irraa fuudhe.

Obboo Juneydiin mootummaa federaalaa keessatti itti gaafatama hedduu irra hojjatan.Biyyaa baqatanii bahanii hardha biyyatti deebihan.